MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2015

Maxxansi kun mata dureewwan qayyabannaa Waxabajjii 1 hanga Waxabajjii 28, 2015tti qayyabataman kan qabate dha.

Jaarsoliin Gumii, Warra Kaan Leenjisuu Ilaalchisee Maaltu Isinitti Dhagaʼama?

Yaadawwan jaarsoliin warra kaan leenjisuu irratti milkaaʼina argatan kennan torba ilaali.

Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti?

Jaarsoliin karaa Yesus itti leenjise irraa barumsa argachuu ni dandaʼu; barattoonni immoo fakkeenya Elsaaʼii hordofuu ni dandaʼu.

SEENAA JIREENYAA

Eebbawwan ‘Yeroo Mijataa Taʼettii Fi Yeroo Rakkisaa Taʼetti’ Argaman

Seenaan jireenyaa Tiroofiim Nisoombaa isa ariʼatama cimaa Maalaawwiitti isa mudate dandamatee, murtoo amanamummaa kee eegdee jiraachuuf goote cimsachuuf si gargaaruu dandaʼa.

Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha?

Qunnamtiin walitti dhufeenya kam iyyuu ni cimsa. Seera buʼuuraa kana walitti dhufeenya Waaqayyoo wajjin qabdu irratti hojii irra oolchuu kan dandeessu akkamitti?

Yeroo Hunda Yihowaatti Amanamaa!

Rakkina Yihowaa wajjin walitti dhufeenya akka hin qabaanne gochuu dandaʼu isa guddaa illee moʼuu ni dandeessa.

Gumiidhaa Nama Baasuun Qophii Jaalala Irratti Hundaaʼe Dha Kan Jennu Maaliifi?

Wanti dhiphina guddaa geessisu hunda kan fayyadu akkamitti?

Mukti Murame Deebiʼee Latuu Ni Dandaʼaa?

Deebiin gaaffii kanaa abdii gara fuulduraatti qabdu irratti jijjiirama ni fida.