Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2015
Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
GAAFFII DUBBISTOOTAA
JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
KITAABA QULQULLUU
MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA
Amala Gad Of Deebisuu fi Gara Laafinaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa, 2/15
Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa, 10/15
Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa, 5/15
Hiriyyummaa Guyyoota Dhumaa Kanatti Qabdan Irratti Of Eeggadhaa, 8/15
Humna Arrabni Keessan Qabu Wanta Gaariidhaaf Itti Fayyadamaa, 12/15
Ija Jabinaa fi Hubannaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa, 2/15
Ijoollee Keessan Umurii Waggoota Kurnanii Keessatti Argaman Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa, 11/15
Jaarsoliin Gumii, Warra Kaan Leenjisuu Ilaalchisee Maaltu Isinitti Dhagaʼama? 4/15
Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti? 4/15
Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa, 6/15
Mootummaa Waaqayyootiif Amanamoo Taʼuu Keessan Itti Fufaa, 7/15
Waggoottan Dhibba Tokko Bulchiinsa Mootummichaa Jalatti Darban! 11/15
Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha? 4/15
Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa, 10/15
Yihowaan Gaaʼela Keessan Isinii Haa Jabeessu Haa Eegus, 1/15
Yihowaan Hojii Barsiisuu Addunyaa Mara Irratti Raawwannu Geggeessaa Jira, 2/15
Yihowaan Jaalala Kan Nutti Argisiise Karaawwan Kamiini? 9/15
SEENAA JIREENYAA
“Biyyi Bishaan Keessaa Warri Baayʼeen Haa Gammadan!” (Jeefrii Jaaksan), 8/15
Eebbawwan ‘Yeroo Mijataa Taʼettii fi Yeroo Rakkisaa Taʼetti’ Argaman (Tiroofiim Nisombaa), 4/15
Hojii Caalaatti Nama Kiisu Arganne (Deevidii fi Giween Kaartiraayit), 3/15
Murtoo Dargaggummaa Isaatti Godhe (Niikalaay Daabaveeniskii), 10/15
Waaqayyoo Wajjinis Taʼe Haadha Koo Wajjin Nagaa Uumeera (Miichiyoo Kumaagaayi), 12/15
Waaqayyotti Dhihaachuun Koo Gaarii Naaf Taʼe (Saaraa Maayigaan), 10/15
YESUS KIRISTOS