Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

◼ Namoonni Mootummaan Waaqayyoo akka dhuftu yeroo kadhatan, waa’ee maalii kadhachuusaaniiti?

FUULA 5.

◼ Dubbachuukee dura yaaduu baruu kan dandeessu akkamitti?

FUULA 10.

◼ Waaqayyo namoota uumuuf jijjiirama tirannaatti gargaaramee?

FUULA 14.

◼ Eliyaas eenyu? Yeroo ammaatti barumsa akkamii isarraa arganna?

FUULA 18.

◼ Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu, wantoonni sun erga raawwatamanii booda kan barreeffaman akka hin taane akkamitti beekuu dandeenya?

FUULA 22.

◼ Yihowaan Abbaa hundarra caalu kan ta’e maaliifi?

FUULA 25.

◼ Dhugumaan ogeeyyiin urjii lakkaa’an Yesusiif kennaa kan kennan galgala inni dhalatetti turee?

FUULA 31.