Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

◼ Amantiiwwan hundi gara Waaqayyootti nama geessuu? Fuula 3 ilaali.

◼ Amantiiwwan dhimma siyaasaa keessa galuu qabuu? Fuula 7 ilaali.

◼ Namoonni gaariin hundi gara samii dhaquu? Fuula 10 ilaali.

◼ Yaada Macaafa Qulqulluu hubachuuf eessaa gargaarsa argachuu dandeessa? Fuula 13-17 ilaali.

◼ Waaqayyoof amanamaa yoo taate, innimmoo qabeenya kennuudhaan si eebbisaa? Fuula 26 ilaali.

◼ Qarshiin gammachuu dhugaa argamsiisuu danda’aa? Fuula 31 ilaali.