Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

Fuula Soddomii Lama

◼ Hafuurri qulqulluun qaama qabaa? Fuula 4 hanga 7 ilaali.

◼ Namoonni gaariin hundi gara samii dhaquu? Fuula 12 ilaali.

◼ Maariyaam “Haadha Waaqayyootii”? Fuula 14 ilaali.

◼ Waaqayyo bifa fakkeenyaafi fakkiiwwanitti waaqeffannaadhaaf fayyadamuu ni deggeraa? Fuula 15 ilaali.

◼ Hiriyaan gaa’elaakee yoo dhukkubsate ykn yoo balaan irra ga’e maal gochuu dandeessa? Fuula 16 ilaali.

◼ Rakkoowwan addunyaa maraatiif furmaata argachuu. Fuula 21 ilaali.

◼ Namoonni ajjeechaa mana barumsaa Vinandan Jarmanitti raawwatamerraa oolan jajjabina argatan dubbataniiru. Fuula 25 ilaali.

◼ Dhuguma yommuu Yesus siree horiin keessaa nyaattu keessa ciisaa ture isaaf sagaduu kan dhufan, mootota ykn ogeeyyii sadii turanii? Fuula 31 ilaali.