Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Nama dhufee si haasofsiisu ni barbaaddaa?

Nama dhufee si haasofsiisu ni barbaaddaa?

Nama dhufee si haasofsiisu ni barbaaddaa?

Yeroo rakkinaan guutame kanattillee waaʼee Waaqayyoo, waaʼee Mootummaasaafi kaayyoo dinqisiisaa inni ilmaan namootaatiif qabu ilaalchisee Macaafa Qulqulluurraa beekumsa sirrii argachuudhaan gammachuu argachuu dandeessa. Odeeffannoo dabalataa argachuu ykn kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu qayyabachuu barbaannaan, Yeyihowa Misikiroch, P.O. Box 5522, ­Addis Ababa, Ethiopia, jechuudhaan ykn teessoowwan fuula 4⁠rratti argaman keessaa bakka siimijaaʼutti barreessuu dandeessa