MASARAA EEGUMSAA Onkoloolessa 2014 | Mootummaan Waaqayyoo Siif Hiika Maalii Qaba?

Deebiin gaaffii kanaa hiika mootummaan kun Yesusiif, Abbaasaafi ilmaan namootaa amanamoo taʼaniif qaburratti kan hundaaʼedha.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Mootummaan Waaqayyoo Xiyyeeffannaa Keenya Kan Hawwatu Maaliifi?

Manneen sagadaa hedduun Mootummaa Waaqayyoof iddoo guddaa kennuu yommuu dhiisanitti, Dhugaa Baatonni Yihowaa Mootummaa kanaaf iddoo guddaa kan kennan maaliifi?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Mootummaa Waaqayyoo—Yesus Bakka Guddaa Kan Kenneef Maaliifi?

Yesus wanta hunda caalaa waaʼee Mootummaa Waaqayyoo dubbateera.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Mootummaan Waaqayyoo Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Deebii gaaffii kanaa argachuuf dhiisuunkee carraaqqii ati gooturratti kan hundaaʼedha.

MAREE KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE

Mootummaan Waaqayyoo Yoom Bulchuu Jalqabe? (Kutaa 1)

Deebii gaaffii kanaa beekta taanaan, Macaafa Qulqulluurraa nama kan biraatiif ibsuu ni dandeessaa?

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Waaʼeekoo Qofan Yaadan Ture

Kiristoof Baawar bidiruu xinnoodhaan yommuu galaana Atilaantikiirra deemaa ture Macaafa Qulqulluu dubbisa ture. Yeroo kanatti maal barate?

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Mootummaan Waaqayyoo wantoota bulchiinsi ilmaan namootaa raawwachuu hin dandeenye kamfaa raawwata?

Wantoota garabiraa

Maaliif Kadhanna? Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?

Waaqayyoo kadhannaa keetiif deebii kennuun isaa yeroo baayʼee wanta ati raawwatu irratti kan hundaaʼe dha.