“Kana Booda Lafa Irra Harkisuun hin Jiru”
Raajiiwwan ajaaʼibsiisoon Kitaaba Mulʼataa keessatti ibsaman, dhiheenyatti namoota Yihowaa jaallataniif haqaa fi boqonnaa dhugaa kan fidan akkamitti akka taʼe ilaalaa. Mulʼata 18:1–19:3; 19:11–20:3; 20:12-14; 22:1-7 irratti kan hundaaʼe.