Amajjii 16-22
1 SEENAA BARAA 1-3
Faarfannaa 96 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 3:1-3—Galmee hiddaa dhalootaa keessatti darbee darbee dubartoonni kan caqasaman maaliifi? (it-1-E 911 key. 3-4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 1:43-54 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Gaaffii namni haasofsiiftu sun kaaseef barruu deebii kennu tokko isaaf kenni. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 1)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 qabxii 7 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Amantii Dubbii Waaqayyoo Irratti Qabdan Cimsadhaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 34
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 89 fi Kadhannaa