BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Seenaa Baraa jedhamu taphachiisi.]
Addaam nama dhugumaan jiraatedha (1Se 1:1; w09-AM 9/1 14 key. 1)
Nohis nama dhugumaan jiraatedha (1Se 1:4; w08 10/1 9 key. 4)
Namoonni Kitaaba Qulqulluu keessatti caqasaman yaadaan kan uumaman utuu hin taʼin namoota dhugumaan jiraatan akka taʼan yeroo beeknu, barumsa fakkeenya isaanii irraa argannu hordofuuf caalaatti kakaana.—1Qo 15:22; w09-AM 9/1 14-15.