Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amajjii 2-8

2 MOOTOTA 22-23

Amajjii 2-8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 23:24, 25—Fakkeenyi Yosiyaas warra ijoollummaatti haalli rakkisaan isaan mudateef jajjabina akkamii taʼa? (w01-AM 4/15 26 key. 3-4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 23:16-25 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 120

  • Gad Of Qabuu moo Of Tuuluu? (Yaq 4:6): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Garaagarummaan gad of qabuu fi of tuuluu gidduu jiru maalidha? Fakkeenya Musee irraa maal baranna? Yeroo hunda gad of qabuu kan qabdu maaliifi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 33

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 23 fi Kadhannaa