Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?

Yosiyaas Yihowaa gammachiisuuf fedhii guddaa qaba ture (2Mo 22:1-5)

Yosiyaas gad of qabuudhaan dogoggora saba isaa amanee fudhateera (2Mo 22:13; w00-AM 9/15 29-30)

Yosiyaas waan gad of qabeef Yihowaan isa eebbiseera (2Mo 22:18-20; w00-AM 9/15 30 key. 2)

Gad of qabuudhaan qajeelfama isaa argachuuf yeroo yaallutti, akkasumas balleessaa keenya amannee daandii keenya sirreessuuf yeroo carraaqnutti surraa Yihowaa arganna.—Yaq 4:6.