Amajjii 23-29
1 SEENAA BARAA 4-6
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 5:10—Yommuu rakkinni baayʼee cimaa taʼe nu mudatutti injifannoon Haggaarota irratti argame kan nu jajjabeessu akkamitti? (w05-AM 10/1 9 key. 7)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 6:61-81 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 14)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 maal baratte, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yaalii Fayyaa Hatattamaatiif Ammuma Qophaaʼaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo. Jaarsa gumiidhaan kan dhihaatu. Viidiyicha booda dhaggeeffattoonni yaada akka kennan yeroo ramadi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 35
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 88 fi Kadhannaa