Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?

Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?

Yaabeez nama kabajamaa ture (1Se 4:9)

Kadhannaan isaa akka inni waaqeffannaa dhugaatiif iddoo guddaa kennu argisiisa (1Se 4:10a; w10-AM 10/1 23 key. 3-7)

Yihowaan kadhannaa Yaabeeziif deebii kenneera (1Se 4:10b)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Kadhannaan koo waaʼee koo maal ibsa?’—Mat 6:9, 10.