Amajjii 30–Guraandhala 5
1 SEENAA BARAA 7-9
Faarfannaa 84 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 9:33—Caqasni kun barbaachisummaa muuziqaan waaqeffannaa dhugaa keessatti qabu hubachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w10 12/15 21 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 7:1-13 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 16)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 20)
Haasaa: (Daq. 5) w21.06 3-4 key. 3-8—Mataduree: Namni Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Wanta Barachaa Jiru Akka Hojii Irra Oolchu Gargaaraa. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Rakkoowwan Keenya Keessatti Nu Gargaara”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 36
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa