BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa
Lewwoota karra eegdota taʼaniif itti gaafatamummaa guddaan kennamee ture (1Se 9:26, 27; w05-AM 10/1 9 key. 8)
Bara Museetti Finahaas geggeessaa karra eegdota godoo qulqulluu ture (1Se 9:17-20a)
Yihowaan Finahaas hojii isaa akka raawwatu isa gargaareera (1Se 9:20b; w11 9/15 32 key. 7)
Yihowaan hojii barbaachisaa taʼe hedduu nuuf kenneera. Hojii siif kenname tokko akkamitti raawwachuu akka qabdu yoo mirkanaaʼaa taʼuu baatte, Yihowaa kadhadhu, akkasumas Kiristiyaana gahumsa qabu tokko gaafadhu.—Flp 2:13.