Amajjii 9-15
2 MOOTOTA 24-25
Faarfannaa 60 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 24:3, 4—Caqasni kun waaʼee Yihowaa maal nu barsiisa? (w05-AM 8/1 12 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 24:1-17 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Kadhannaa—1Yo 5:14 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 15)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼuun jalqabi; akkasumas barumsa 01ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff irra deebii kutaa 2
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 54 fi Kadhannaa