Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa

Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa

Yihowaan gocha isaanii isa hamaa raawwachuu isaanii yoo itti fufan akka isaan dhiisu waggoota hedduudhaaf namoota Yihuudaa akeekkachiisaa tureera (2Mo 24:2, 3; w01-AM 2/15 12 key. 2)

Yihowaan Dh.K.D. bara 607​tti Yerusaalemiin balleessuuf Baabilonotatti fayyadameera (2Mo 25:8-10; w07-AM 3/15 11 key. 10)

Yihowaan namoota akeekkachiisa isaa fudhatan lubbuudhaan oolcheera (2Mo 25:11)

Yihowaan ‘namoota Waaqayyoon hin sodaanne’ irratti murtii akka dabarsu waggoota hedduudhaaf jiraattota lafaa akeekkachiisaa tureera.—2Ph 3:7.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Namoonni kaan akeekkachiisaa Waaqayyoo akka dhagaʼan gargaaruuf carraan argadhe hundatti nan fayyadamaa?’—2Xi 4:2.