Guraandhala 13-19
1 SEENAA BARAA 13-16
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 16:31—Lewwoonni, “Yihowaan Mootii taʼeera!” jedhanii kan faarfatan maaliif taʼuu dandaʼa? (w14 1/15 10 key. 14)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 13:1-14 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 18)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 7)
Haasaa: (Daq. 5) w16.01 13-14 key. 7-10—Mataduree: “Jaalalli Kiristoos Nu Dirqisiisa.”—2Qo 5:14. (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, ijoollee dursitee qopheessitee gaaffiiwwan kana gaafadhu: Walgaʼiiwwan irratti sirriitti dhaggeeffachuu kan qabnu maaliifi? Akkas gochuuf maaltu si gargaara?
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 37 qabxii 6, maal baratte, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 21 fi Kadhannaa