BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa
Daawit taabota kakuu Yerusaalemitti geessuu barbaadee ture (1Se 13:3)
Taabonni kakuu karaa dogoggora taʼen akka geeffamu gochuuf yeroo yaaletti hin milkoofne (1Se 15:13; w03-AM 5/1 10-11)
Daawit qajeelfama Yihowaa yeroo barbaadetti milkaaʼina argateera (1Se 15:2; 16:11; w03-AM 5/1 11 key. 13)
Yihowaan kakaʼumsa keenya isa gaarii ni dinqisiifata. Haa taʼu malee, gochi keenya isa duratti fudhatama akka argatuuf qajeelfama isaa hordofuu qabna.—Kes 30:16.