Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa

Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa

Daawit mana qulqullummaa bareedaa Yihowaadhaaf ijaaruuf baayʼee hawwee ture (1Se 17:1, 2; w06 8/1 9 key. 1)

Yihowaan mana qulqullummaa sana kan ijaaru isa akka hin taane Daawititti hime (1Se 17:4)

Daawit hojii Yihowaan isaaf kenne irratti xiyyeeffachuu isaa itti fufeera (1Se 17:7; 18:14)

Sababa umurii, fayyaa ykn kan biraatiin itti gaafatamummaa tokko fudhachuuf gahumsa yoo qabachuu baate wanta gochuu dandeessu irratti xiyyeeffachuu kee itti fufi.—HoE 18:5; w21.08 23 key. 11.