Guraandhala 27–Bitootessa 5
1 SEENAA BARAA 20-22
Faarfannaa 133 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 21:15—Caqasni kun waaʼee Yihowaa maal nu barsiisa? (w05-AM 10/1 11 key. 6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 20:1-8 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼiiwwan gumii kenniif; akkasumas viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 19)
Haasaa: (Daq. 5) w16.03 10-11 key. 10-15—Mataduree: Dargaggootaa—Guddina Godhaa Cuuphamaa. (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Ijoolleen Keessan Akka Milkaaʼan Gargaaruuf Dhugaawwan Buʼuuraa Kitaaba Qulqulluutti Fayyadamaa”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 38 qabxii 5, maal baratte, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 5 fi Kadhannaa