Guraandhala 6-12
1 SEENAA BARAA 10-12
Faarfannaa 94 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Se 12:33—Namoonni Zaabiloon 50,000mni as irratti ibsaman fakkeenya gaarii akkamii nuuf taʼu? (it-1-E 1058 key. 5-6)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 11:26-47 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 09 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 18)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yaada Waaqayyoo Barbaadaa”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.
“Tibba Ayyaana Yaadannootti Galma Baafadhaa”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 37 qabxii 1-5
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 91 fi Kadhannaa