BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa
Saaʼol waan hin ajajamneef Yihowaan isa dhiiseera (1Se 10:13, 14)
Yihowaan bakka Saaʼol mootii akka taʼuuf Daawitiin filate (1Se 11:3)
Haala Saaʼol irraa faallaa taʼen Daawit seeraa fi qajeelfama Yihowaatiin geggeeffamuu filateera (1Se 11:15-19; w12 11/15 6 key. 12-13)
Daawit fedha Waaqayyoo raawwachuu ni jaallata ture. (Fr 40:8) Wantoota karaa Yihowaan ilaaluun ilaaluu barachuudhaan fedhii wanta sirrii raawwachuuf qabnu guddifachuu dandeenya.—Fr 25:4; w18.06 17 key. 5-6.