Obboleettonni Siwiizarlaandi lama viidiyoo barsiisuuf itti fayyadamnu tokko namootatti argisiisaa jiru

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Muddee 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi waaʼee Kitaaba Qulqulluu, akkasumas waaʼee jireenya gammachiisaa dubbatu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Tuuta Uummataa Guddaa Eenyu Illee Lakkaaʼuu hin Dandeenye ni Eebbisa

Miseensa tuuta uummataa guddaa taʼuudhaan eebba argachuu kan dandeessu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Dhugaa Baatonni” Ajjeefamanii Turan ‘Lama’ Gara Jireenyaatti Deebiʼan

Mulʼanni Yohaannis ergamaa waaʼee dhugaa baatota lamaan dubbatu hiika maalii qaba?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Lafti ‘Laga Sana ni Liqimsite’

Yihowaan obboloota sababa amantii isaaniitiin hidhaman kan gargaaru akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Bineensota Nama Sodaachisan hin Sodaatinaa

Bineensonni Mulʼata 13 irratti ibsaman dhiibbaa akka nu irra hin goone of eeggachuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waraana Waaqayyoo Isa Waraanota Hunda Balleessu

Waaqayyoo loluun kan isa barbaachisu maaliifi? Nuti hoo ooluu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Kunoo, Ani Wantoota Hundumaa Haaraa Nan Godha”

Waaqayyoo wantoota hundumaa haaraa kan godhu akkamitti? Kun hoo maal jechuudha?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Akkuma Haala Isaatti Akkaataa Dhiheenyaa Keenya Jijijjiiruu

Tajaajila irratti akkuma haala isaatti akkaataa dhiheenyaa keenya jijijjiiruu kan dandeenyu akkamitti?