Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Gorsa jireenya gammachuu qabu jiraachuuf nu gargaaru eessaa arganna?

Caqasa: Far 1:1, 2

Yeroo Itti Aanuuf: Qarshii fi qabeenya jaallachuun gammachuu keenya irratti dhiibbaa akkamii qaba?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Qarshii fi qabeenya jaallachuun gammachuu keenya irratti dhiibbaa akkamii qaba?

Caqasa: 1Xi 6:9, 10

Yeroo Itti Aanuuf: Ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaawwan akkamii qaba?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaawwan akkamii qaba?

Caqasa: Fak 17:22

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkinni kan jiru taʼus maatiin milkaaʼina argachuu kan dandaʼu akkamitti?