Muddee 2-8
MUL’ATA 7-9
Faarfannaa 63 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Tuuta Uummataa Guddaa Eenyu Illee Lakkaaʼuu hin Dandeenye ni Eebbisa”: (Daq. 10)
Mul 7:9—‘Tuutni uummata guddaa’ teessoo Yihowaa dura ni dhaabbatu (it-1-E 997 key. 1)
Mul 7:14—Tuutni uummata guddaa “rakkina guddaa” jalaa ni oola (it-2-E 1127 key. 4)
Mul 7:15-17—Tuutni uummata guddaa gara fuulduraatti lafa irratti eebba hedduu ni argata (it-1-E 996-997)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mul 7:1—“Maleekonni afur golee lafaa afur irra dhaabatan” maal raawwatu? ‘Qilleensonni lafaa arfan’ hoo maal argisiisu? (re-AM 115 key. 4)
Mul 9:11—“Maleekaa qilee” kan jedhame eenyu dha? (it-1-E 12)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 7:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Jaalala Qabaachuu fi Miira Namootaa Hubachuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 12 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.01 25-26 key. 12-16—Mata Duree: Waggoota dhihoodhaa asitti lakkoofsi namoota Ayyaana Yaadannoo irratti maxinoo fi wayinii irraa hirmaatanii dabaluun isaa nu yaaddessuu kan hin qabne maaliifi? (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 76
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 115 fi Kadhannaa