Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 16-22

MULATA 13-16

Muddee 16-22
  • Faarfannaa 55 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Bineensota Nama Sodaachisan hin Sodaatinaa”: (Daq. 10)

    • Mul 13:1, 2—Jawwichi bineensa mataa torbaa fi gaanfa kudhan qabuuf aangoo kenne (w12 6/15 8 key. 6)

    • Mul 13:11, 15—Bineensi gaanfa lama qabu bifa fakkeenyaa bineensa isa jalqabaatiif jireenya kenne (re-AM 194 key. 26; 195 key. 30-31)

    • Mul 13:16, 17—Mallattoo bineensichaa hin fudhatinaa (w09 2/15 4 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 16:13, 14—Saboonni “waraana guyyaa guddaa isa kan Waaqayyo Hundumaa Dandaʼuutti” kan walitti qabaman akkamitti? (w09 2/15 4 key. 6)

    • Mul 16:21—Sirni addunyaa Seexanaa xumuramuu isaa yeroo muraasa dura waaʼee maalii lallabuun keenya hin shakkisiisu? (w15 7/15 16 key. 9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 16:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU