Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MULATA 13-16

Bineensota Nama Sodaachisan hin Sodaatinaa

Bineensota Nama Sodaachisan hin Sodaatinaa

13:1, 2, 11, 15-17

Eenyummaa bineensota Mulʼata boqonnaa 13 irratti argaman beekuun keenya wanta ilmaan namootaa akka walii galaatti godhan, jechuunis isaan sodaachuu ykn deggeruudhaan isaan hordofuu irraa akka of qusannu nu gargaara.

BINEENSOSTA KANA WANTA ISAAN BAKKA BUʼANII WAJJIN WALITTI FIROOMSI

BINEENSOTA

Jawwicha.—Mul 13:1, milj.

Bineensa gaanfa kudhanii fi mataa torba qabu.—Mul 13:1, 2

Bineensa akka hoolaa gaanfa lama qabu.—Mul 13:11

Bifa fakkeenyaa bineensichaa.—Mul 13:15

 

 

 

 

HUMNOOTA ADDUNYAA

  • Mootummaa Addunyaa Angiloo Ameerikaa

  • Waldaa Mootummoota Addunyaa fi yeroo booda isa kan bakka buʼe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii

  • Seexana isa Diyaabilos jedhame

  • Mootummoota Waaqayyoon morman hunda