Waraana Waaqayyoo Isa Waraanota Hunda Balleessu
Yihowaa inni ‘Waaqa jaalalaa fi nagaa’ taʼe Ilmi isaa inni “angafa nagaa” taʼe waraana akka geggeessu kan isa muude maaliifi?—2Qo 13:11; Isa 9:6.
-
Yihowaa fi Yesuus qajeelummaa jaallatu, hammeenya garuu ni jibbu
-
Nagaanii fi haqni bara baraa kan argamu warri hamoon yoo balleeffaman qofa dha
-
Akkuma fardeen aʼadii, uffanni quncee talbaa adii fi qulqulluu taʼe argisiisanitti raayyaan Waaqayyoo inni samii ‘qajeelummaadhaan waraana ni geggeessa’
Waraana murteessaa kana irraa ooluuf maal gochuu dandeenya?—Sef 2:3