Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 9-15

MULATA 10-12

Muddee 9-15
  • Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • ‘Dhugaa Baatonni Ajjeefamanii’ Turan ‘Lamaan’ Gara Jireenyaatti Deebiʼan”: (Daq. 10)

    • Mul 11:3—“Dhugaa baatonni . . . lamaan” guyyoota 1,260f raajii dubbachaa turan (w14 11/15 30)

    • Mul 11:7—“Bineensichi” isaan ajjeese

    • Mul 11:11—“Guyyaa sadii fi walakkaa booda” ‘dhugaa baatonni lamaan’ sun gara jireenyaatti deebiʼan

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 10:9, 10—Ergaan Yohaannisitti kenname “hadhaaʼaa” fi “miʼaawaa” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti ture? (it-2-E 880-881)

    • Mul 12:1-5—Yaanni caqasa kana irra jiru kan raawwatame akkamitti? (it-2-E 187 key. 7-9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 10:1-11 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU