Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEWWOOTA 6-7

Aarsaa Galata Galchuuf Dhihaatu

Aarsaa Galata Galchuuf Dhihaatu

7:11-15, 20

Qalmi araaraa Israaʼeloonni dhiheessaa turan, galateeffannaa Yihowaadhaaf qabnu kadhannaa keenyaanis taʼe amala keenyaan argisiisuun keenya hammam barbaachisaa akka taʼe nu yaadachiisa.—Flp 4:6, 7; Qol 3:15.

  • Yeroo kadhannu wantoota kamfaa adda baasnee caqasuudhaan Yihowaa galateeffachuu dandeenya?—1Ta 5:17, 18

  • Kan galateeffannu akka taane Yihowaatti argisiisuun keenya kan nu fayyadu akkamitti?

  • Namni tokko “maaddii jinniiwwanii irraa” kan nyaatu akkamitti taʼuu dandaʼa? Kun hoo qophii Yihowaatiif dinqisiifannaa akka hin qabne kan argisiisu akkamitti?—1Qo 10:20, 21