Muddee 13-19
ABBOOTII MURTII 8-9
Faarfannaa 125 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gad of Qabuun Koora Irra ni Wayya”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 8:27—Giidewon efuudii tolchee sana waaqeffateeraa? (it-1-E 753 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 8:28–9:6 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 9)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 02 qabxii 4ffaa (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 17 key. 9-14
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 22 fi Kadhannaa