BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Gad of Qabuun Koora Irra ni Wayya
Gad of qabuun Giidewon nagaa akka uumuu isa gargaareera (Abo 8:1-3; w00-AM 8/15 25 key. 3)
Gad of qabuun Giidewon ulfina ofii isaa utuu hin taʼin ulfina Yihowaa akka barbaadu isa kakaaseera (Abo 8:22, 23; w17.01 20 key. 15)
Koorri Abimelek ofii isaa fi warra kaan irratti miidhaa akka geessisu isa godheera (Abo 9:1, 2, 5, 22-24; w08 2/15 9 key. 9)
Gad of qabuun yommuu nama aare tokkoof deebii kenninutti kan nu gargaaru akkamitti?