BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan
Waaqa dhugaaf amanamoo taʼuu irratti fakkeenya gaarii taʼaa (Abo 13:1, 2, 6)
Qajeelfama Yihowaa barbaadaa (Abo 13:8; w13 8/15 16 key. 1)
Ijoollee keessaniif sirreeffama kennuu irraa duubatti hin jedhinaa (Abo 14:1-4; w05-AM 3/15 25-26)
Afaan keessaniin meeshaaleen warri ijoollee isaanii akka gaariitti akka guddisan isaan gargaaran kamfaatu jira?