Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 6-12

ABBOOTII MURTII 6-7

Muddee 6-12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Humna Qabduun Dhaqi”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Abo 6:27—Fakkeenyi Giidewon tajaajila irratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? (w05-AM 1/15 26 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 6:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—Rom 15:4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii isa bifa elektiroonikiitiin argamu akkamitti akka argatu itti argisiisi. (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU