Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Humna Qabduun Dhaqi”

“Humna Qabduun Dhaqi”

Yihowaan Giidewoniif hojii baayʼee ulfaataa taʼe kennee ture (Abo 6:2-6, 14)

Giidewon gaʼumsa akka hin qabnee fi hojichi akka isaaf hin malle isatti dhagaʼamee ture (Abo 6:15; w02-AM 2/15 6-7)

Giidewon jabina Yihowaan isaaf kenneen milkaaʼina argateera (Abo 7:19-22; w05-AM 7/15 16 key. 3)

Yihowaan jabina qabnutti fayyadamnee akka isa waaqeffannu barbaada. Hafuurri isaa wanta nutti hirʼatu nuuf kennuudhaan milkaaʼina nuuf argamsiisa.—Isa 40:30, 31.