Sadaasa 15-21
IYYAASUU 23-24
Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iya 24:2—Taaraa inni abbaa Abrahaam taʼe nama waaqolii tolfamoo waaqeffatu turee? (w04-AM 12/1 12 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iya 24:19-33 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 01 “Maal Baratte?,” “Irra Deebii” fi “Galma” (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Bakka Hojiitti Hiriyummaa Gadhee Irraa Fagaadhaa: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Mancaasan Irraa Fagaadhaa—Hiriyummaa Gadhee jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Bakka hojiitti hiriyummaa gadheen obboleettii keenya irratti dhiibbaa akkamii geessise? Jijjirama akkamii goote? Kun hoo kan ishii gargaare akkamitti? Hiriyummaa gadhee irraa fagachuu ilaalchisee viidiyoo kana irraa maal barattan?
Iddoo hin Yaadamne Irraa Michoota Argachuu: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Akiil mana barumsaatti hiriyummaa gadhee akka jalqabu wanti isa godhe maali dha? Gumii keessaa michuu gaarii kan argate akkamitti? Michuu gaarii argachuu ilaalchisee viidiyoo kana irraa maal barattan?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 16 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa