Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne

Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne

‘Waaqa keessan Yihowaa jaallachuudhaan yeroo hundumaa of eeggadhaa’ (Iya 23:11)

Saboota kaan wajjin walitti hin makaminaa (Iya 23:12, 13; it-1-E 75)

Yihowaa amanadhaa (Iya 23:14; w07 11/1 17 key. 19-20)

Gorsa Iyyaasuun hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee kenne hordofuun Yihowaadhaaf amanamaa taate jiraachuuf kan si gargaaru akkamitti?