Sadaasa 29–Muddee 5, 2021
ABBOOTII MURTII 4-5
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 5:20—Urjiileen samii irraa Baaraaqiif kan lolan akkamitti ture? (w05-AM 1/15 25 key. 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 4:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis Masaraa Eegumsaa Lakk. 2 2021 kenni. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 4)
Haasaa: (Daq. 5) w12 9/1 23—Mata Duree: Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Waaʼee Amantii Barsiisan Qabuu? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Obboleettonni Yihowaa Caalaatti Tajaajiluu kan Dandaʼan Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Dubartoota Jabaatanii Hojii Gooftaa Hojjechaa Jiran’ jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 16 key. 14-20 fi saanduqa 16B
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 27 fi Kadhannaa