Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu

Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu

Gosonni bahaa Yordaanositti argaman iddoo aarsaa guddaa fi dinqisiisaa taʼe ijaaran (Iya 22:10)

Gosonni kaan akka gocha amanamummaa dhabuu raawwatanitti isaan ilaalan (Iya 22:12, 15, 16; w06-AM 4/15 5 key. 3)

Gosonni himataman tasgabbiidhaan deebii kennuun isaanii dhiigni akka hin dhagalaane godheera (Iya 22:21-30; w08 11/15 18 key. 5)

Seenaan kun yommuu dogoggoraan himatamnutti akkamitti deebii kennuu akka qabnuu fi dhugaa jiru hunda utuu hin qulqulleeffatiin tarkaanfii fudhachuu akka hin qabne ilaalchisee maal nu barsiisa?—Fak 15:1; 18:13.