Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 2-8

FAARFANNAA 113-118

Muddee 2-8

Faarfannaa 127 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Yihowaadhaaf Maalan Deebisa?

(Daq. 10)

Yihowaan nu eega, gaarummaa nutti argisiisa, akkasumas nu oolcha (Fr 116:6-8; w01-AM 1/1 11 key. 13)

Jireenya seerawwanii fi seerawwan buʼuuraa isaa wajjin wal simu jiraachuudhaan Yihowaadhaaf deebisuu dandeenya (Fr 116:12, 14; w09 7/15 29 key. 4-5)

“Aarsaa galataa” isaaf dhiheessuudhaan Yihowaadhaaf deebisuu dandeenya (Fr 116:17; w19.11 22-23 key. 9-11)

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 116:15—Caqasa kanarratti warri Waaqayyoof “amanamoo akka taʼan” ibsaman eenyu faʼi? (w12 5/15 22 key. 1-2)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Ija Jabina Qabaadhu—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA Taphachiisi, lmd barumsa 12 qabxii 1-2​rratti mariʼadhaa.

5. Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 12 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 60

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 29 fi Kadhannaa