Muddee 9-15
FAARFANNAA 119:1-56
Faarfannaa 124 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. “Dargaggeessi Akkamitti Daandii Isaa Qulqulluu Godhee Eeguu Dandaʼa?”
(Daq. 10)
Yeroo hunda of eeguudhaan (Fr 119:9; w87-E 11/1 18 key. 10)
Yaadachiisawwan Waaqayyootti maxxanuudhaan (Fr 119:24, 31, 36; w06 6/15 25 key. 1)
Wanta gatii hin qabne ilaaluurraa ija isaa deebisuudhaan (Fr 119:37; w10 4/15 20 key. 2)
AKKAS JEDHII OF GAAFADHU, ‘Yaadachiisawwan karaa naamusaa qulqulluu taʼee jiraachuuf na gargaaran akkamii argadheera?’
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Fr 119—Faarfannaan kun mala walaloo akkamiitiin barreeffame? Akkasitti kan barreeffame hoo maaliifi? (w05-AM 4/15 10 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 119:1-32 (th qoʼannaa 5)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Utuma manaa gara manaa tajaajilaa jirtuu gidduutti nama daandiirratti argatte tokko haasofsiisi. (lmd barumsa 1 qabxii 4)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Maree kanaan dura gootanirratti namni sun nama jaallatu duʼaan akka dhabe sitti himee ture. (lmd barumsa 9 qabxii 3)
6. Haasaa
(Daq. 5) ijwyp 83—Mata duree: Qorumsa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? (th barumsa 20)
Faarfannaa 40
7. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Muddeetiif Qophaaʼe
(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.
8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 5)
9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 19 key. 6-13