Sadaasa 11-17
FAARFANNAA 106
Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. “Waaqa Isa Fayyisaa Isaanii Taʼe . . . ni Irraanfatan”
(Daq. 10)
Israaʼelonni yeroo sodaatan, Yihowaarratti fincilan (Bau 14:11, 12; Fr 106:7-9)
Israaʼeloonni yeroo beelaʼanii fi dheebotanitti Yihowaarratti guunguman (Bau 15:24; 16:3, 8; 17:2, 3; Fr 106:13, 14)
Israaʼeloonni yeroo dhiphatanitti waaqolii tolfamoo waaqeffatan (Bau 32:1; Fr 106:19-21; w18.07 20 key. 13)
KANARRATTI XIINXALI: Yeroo rakkinni nurra gaʼu karaawwan Yihowaan kanaan dura itti nu gargaarerratti xiinxaluun keenya faayidaawwan akkamii qaba?
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Fr 106:36, 37—Waaqa tolfamaa waaqeffachuu fi jinniiwwaniif aarsaa dhiheessuun walitti dhufeenya akkamii qaba? (w06 7/15 13 key. 9)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 106:21-48 (th qoʼannaa 10)
4. Karaa Salphaa Taʼeen Barsiisi—Yesuus Maal Godhe?
(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis lmd barumsa 11 qabxii 1-2rratti mariʼadhaa.
5. Karaa Salphaa Taʼeen Barsiisi—Fakkeenya Yesuus Hordofi
(Daq. 8) lmd barumsa11 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 78
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)