BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Adoolessa 2016
Ittiin Lixa
Yaada Masaraa Eegumsaa fi birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhamu kennuuf gargaaru. Fakkeenya kennametti fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheessi.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa
Waadaa galtan raawwachuuf kadhachuun gaarii kan taʼe maaliifi? Yihowaatti akka amanamtan akkamitti argisiistu? (Faarfannaa 61-65)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Jireenya Keenya Salphaa Gochuun Waaqayyoon Jajachuuf Nu Gargaara
Jireenya keessan salphaa gochuun maal gochuuf isin dandeessisa? Akkaataa jireenyaa Yesuus hordofuu kan dandeessan akkamitti?
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa
Hinaaffaan Daawit maal nu barsiisuu dandaʼa? Hinaaffaan keenya maal gochuuf nu kakaasa? (Faarfannaa 69-72)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Waggaa Tokkoof Yaaluu ni Dandeessaa?
Namoonni qajeelchaa taʼuuf yaalan jireenya gammachiisaa fi eebba hedduu argatu.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Sagantaa Qajeelchaa Yeroo Hundaa Taʼuuf Gargaaru
Namoonni yeroonii fi humni isaanii isaan daangessu qajeelchaa yeroo hundaa taʼuu akka dandaʼan yommuu hubattu dinqisiifamuun kee hin oolu.
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Hojiiwwan Yihowaa Yaadadhaa
Hojiiwwan Yihowaa maalfaa dabalatu? Isaan irratti xiinxaluun kan nu fayyadu akkamitti? (Faarfannaa 74-78)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Qaamni Jireenya Keessan Keessatti Bakka Guddaa Qabu Eenyu?
Qindeessaan Faarfannaa 83 qaamni jireenya isaa keessatti bakka guddaa qabu Yihowaa taʼuu isaa argisiiseera. Nutis akka isaa gochuu kan dandeenyu akkamitti?