Adoolessa 11-17
Faarfannaa 69-73
Faarfannaa 47 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa”: (Daq. 10)
Far 69:9—Hinaaffaan nuti waaqeffannaa dhugaatiif qabnu ifatti mulʼachuu qaba (w10 12/15 7-11 key. 2-17)
Far 71:17, 18—Maanguddoonni dargaggoonni hinaaffaa akka qabaatan gargaaruu ni dandaʼu (w14 1/15 23-25 key. 4-10)
Far 72:3, 12, 14, 16-19—Hinaaffaa qabaachuun keenya Mootummichi ilmaan namootaatiif maal akka godhu namootatti himuuf nu kakaasa (w15-AM 10/1 16 key. 3; w10 8/15 32 key. 19-20)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 69:4, 21—Yaanni caqasoota kanaa Masiihicha irratti kan raawwatame akkamitti? (w11 8/15 11 key. 17; w11 8/15 15 key. 15)
Far 73:24—Yihowaan tajaajiltoota isaa ulfinatti kan geessu akkamitti? (w13 2/15 25-26 key. 3-4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 73:1-28
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.3 fuula jalqabaa
—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi. Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.3 fuula jalqabaa
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 5 key. 3-4
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waggaa Tokkoof Yaaluu ni Dandeessaa?”: (Daq. 15) Mata duree kanaa fi isa “Sagantaa Qajeelchaa Yeroo Hundaa Taʼuuf Gargaaru” jedhu irratti gabaabaatti mariʼachuudhaan jalqabaa. Viidiyoo JW Broadcasting irratti baʼee turee fi Hojii Eebba Bara Baraa Argamsiisu Filachuu jedhamu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 9 key. 14-24, irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa