AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Sagantaa Qajeelchaa Yeroo Hundaa Taʼuuf Gargaaru
Qajeelchaa yeroo hundaa taʼuun sagantaa gaarii baafachuu gaafata. Torban tokko keessatti tajaajila irratti saʼaatii 18 yoo dabarsite qajeelchaa taʼuu, akkasumas yeroo itti boqottu qabaachuu ni dandeessa! Sagantaan akkasii wantoonni akka tasaa uumaman, tarii dhukkubni ykn haalli qilleensaa mijataa hin taane yeroo nu mudatutti illee nu gargaara. Chaartiin armaan gadii yaadawwan babalʼistoota saʼaatii muraasa hojjetan, guyyaa guutuu hojjetanii fi dhibeen fayyaa humna isaanii daangesse gargaaran kan qabate dha. Sirreeffama tokko tokko yoo gootan, tarii maatii keessan keessaa namni tokko Fulbaanaa kaasee qajeelchaa taʼuu ni dandaʼa. Waaqeffannaa maatii keessan itti aanu irratti kana irratti maaliif hin mariʼattan?
Wiixata |
HOJII |
Kibxata |
HOJII |
Roobii |
HOJII |
Kamisa |
Saʼaatii 6 |
Jimaata |
Saʼaatii 6 |
Sanbadduraa |
Saʼaatii 4 |
Dilbata |
Saʼaatii 2 |
Wiixata |
Saʼaatii 2 |
Kibxata |
Saʼaatii 2 |
Roobii |
WALGAʼII TORBAN GIDDUU |
Kamisa |
Saʼaatii 2 |
Jimaata |
Saʼaatii 2 |
Sanbadduraa |
Saʼaatii 6 |
Dilbata |
Saʼaatii 4 |
Wiixata |
BOQONNAA |
Kibxata |
Saʼaatii 3 |
Roobii |
Saʼaatii 3 |
Kamisa |
Saʼaatii 3 |
Jimaata |
Saʼaatii 3 |
Sanbadduraa |
Saʼaatii 3 |
Dilbata |
Saʼaatii 3 |