Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 69-73

Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa

Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa

Hinaaffaan nuti waaqeffannaa dhugaatiif qabnu ifatti mulʼachuu qaba

69:9

  • Daawit jireenya isaa guutuu Yihowaadhaaf akka hinaafu argisiiseera

  • Daawit mormii ykn arrabsoo maqaa Yihowaa irratti kaʼe kam iyyuu callisee hin ilaalle

Maanguddoonni dargaggoonni hinaaffaa akka qabaatan gargaaruu ni dandaʼu

71:17, 18

  • Barreessaan faarfannaa kanaa (tarii Daawit taʼuu dandaʼa) dhaloota dhufu jajjabeessuuf fedhii akka qabu dubbateera

  • Warrii fi Kiristiyaanonni muuxannoo qaban dargaggoota leenjisuu ni dandaʼu

Hinaaffaa qabaachuun keenya Mootummichi ilmaan namootaatiif maal akka godhu namootatti himuuf nu kakaasa

72:3, 12, 14, 16-19