Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Adoolessa 18-24

Faarfannaa 74-78

Adoolessa 18-24
  • Faarfannaa 9 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Hojiiwwan Yihowaa Yaadadhaa”: (Daq. 10)

    • Far 74:16; 77:6, 11, 12—Hojii Yihowaa irratti xiinxalaa (w15 8/15 10 key. 3-4; w04-AM 3/1 ful. 19-20; w03-AM 7/1 10 key. 6-7)

    • Far 75:4-7—Hojiin Yihowaa gumii akka kunuunsaniif namoota gad of qaban muuduu dabalata (w06-AM 7/15 11 key. 3; it-1-E 1160 key. 7)

    • Far 78:11-17—Yihowaan saba isaatiif jecha akkamitti akka tarkaanfii fudhate yaadadhaa (w04-AM 4/1 21-22)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 78:2—Yaanni caqasa kanaa Masiihicha irratti kan raawwatame akkamitti? (w11 8/15 11 key. 14)

    • Far 78:40, 41—Akka caqasoonni kun jedhanitti gochi keenya Yihowaa kan tuqu akkamitti? (w12-AM 11/1 14 key. 5; w11-AM 7/1 10)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 78:1-21

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.3 16 —Buusii qarshii akka godhu gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.3 16

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 5 key. 6-7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 15

  • Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 10)

  • ‘Wantoota Hundumaa kan Uume Yihowaa Dha’: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo jw.org irratti argamu taphachiisi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jalatti argama.) Achiis ijoollee xixinnoo gara waltajjiitti afeeriitii, viidiyicha ilaalchisee gaaffiiwwan tokko tokko isaan gaafadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 10 key. 1-11, saanduqa ful. 100

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa