Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 79-86

Qaamni Jireenya Keessan Keessatti Bakka Guddaa Qabu Eenyu?

Qaamni Jireenya Keessan Keessatti Bakka Guddaa Qabu Eenyu?

Qindeessaan Faarfannaa 83 sanyii Asaaf isa gosa Lewwii taʼee fi bara Daawit Mootichaatti jiraatee taʼuu hin oolu. Faarfannaan kun kan barreeffame yeroo saboonni dinota taʼan saba Yihowaa rakkisaa turanitti dha.

83:1-5, 16

  • Faarfatichi kadhannaa isaa irratti wanti inni irratti xiyyeeffate maqaa Yihowaa fi ol aantummaa isaa malee fayyina mataa isaa irratti hin turre

  • Yeroo ammaattis, tajaajiltoonni Waaqayyoo yeroo yerootti miidhaan isaan irratti ni raawwatama. Amanamummaadhaan jabaannee dhaabachuun keenya Yihowaadhaaf ulfina fida

83:18, NW

  • Yihowaan maqaa isaa akka beeknu barbaada

  • Gocha keenya hundaan qaamni jireenya keenya keessatti bakka guddaa qabu Yihowaa taʼuu isaa argisiisuu qabna